Jump to content

Tributary

Wikipedia irraa
Nile Adii fi Blue Nilen tributary Nileit

Tributaryn bishaan ya'u yokan laga yoo ta'u, kunis gara laga birra (parent river yokan laga dura) yokan Qamma Bishaani (body of water)iit ya'u yoo ta'u, kan garu gara gallana cisetti hin senne dha. orography kessatti tributaryiin kan gargari itti bafaman, kan gara Burqaa lagat dhihoo ta'ani jalqabe kan hanga Afaan bishaanit dhihoo ta'anit gargari bafamani qoqodamu. confluenciin bakka "tributary"iin lama yokan lagni lama waliin ademani dha.

Maqaan tributary mirgaa fi tributary bita jedhamu kan fayyadatamu, bakka tributaryiin sun laga irra essa gullatti akka argamu ilallun imamu dha. Kunis kara currentiin laga itti ademmu irratti hunda'etti. Fakkena yoo bishaani Nile gara kabba ademutti jirratte, currentiin bishaan gara kabba jechu dha, kanaf tributaryiin baha irra dhufaan tributary mirgaa yoo ta'an, kan dhihaa irra dhufaan immo tributary bita jechu dha. Karan currentiin itti ademu river bank wajjin gossa tokko dha.

Fallan tributary immo distributary jedhama, kuni immo laga damee, bishaan guddicha irra gargari ba'u dha.

Network analysis kan jedhamu wa'ee tesso tributary qo'atte, tartibba 1ffa, 2ffa fi 3ffa... ttin olka'a.

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy