Jump to content

Morgaa qaajjisooo

Wikipedia irraa
Morgaa qaajjisooo lafee dugdaa gidduu jiru

Morgaan kun morgaawwan lameen caalaa jabina kan qabuu dha. Sababni isaa maatiriksii isaa keessa kollaajiinii adii baay’isee walitti hiiquun waltumsetu jira. Gummeen kun caasaawwan gidduutti argamuun akka wal hin rigneef ittsa. Fakkeenyaaf lafeewwan dugdaa gidduu waan jiruuf dhiibbaa uumamuu danda’u damdamatee nageenya aarsituu ykn ribee eega. Qadaaddiin jilbaas morgaa qaajisoo of keessaa qaba.

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy