Jump to content

Fiiniksii

Wikipedia irraa
Fakkii fooniksii kan Friedrich Justin Bertuch (1806) .

Fooniksii, ykn Risaa Laboobaa, akkuma agaa dhageetti Giriikii keessatti waamamu, warra peershiyaa birattis qannus  jedhamuun beekama; Allaattii ajaa'ibaa yeroo baayyee of haaromsitudha. Daaraa qaama isaa  gubatee jiru irraa dhalata. Galmee seenaa keessatti, fooniksiin yeroo tokko tokko Impaayera Roomaa kan agarsiisu, yeroo kaan immoo falaasama keessatti deebi’ee dhalachuu kan agarsiisu, yeroo kaan immoo du’a booda deebi’ee dhalachuu kan agarsiisu ta’uu ni arganna.

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy