Jump to content

Burqophee

Wikipedia irraa
Haala waliigalaa burqophee RNA ergamaa yuukaariyootii
Diyaagirama burqophee mRNA fi walnyaatinsa pirootiinota raayboosoomii agarsiisu
Sadarkaalee jalqabbii fi dheerina burqophee akka beezii naayitiroojiinii RNA, raayboosoomii, tRNA, fi amiinoo asiidota keessatti guddisuudhaan mul’atu, ibsa gabaabaa wajjin.

Baayoloojii keessatti, Oomishni pirootiinota adeemsa burqophee ykn tiraanslation ykn hiikkoo jedhamu keessatti raawwatama. Adeemsa kana keessatti odeeffannoon jeneetikii/ dhalmaya DNA keessatti kuufame gara ergamaa RNA (mRNA)tti ergamee booda gara tartiiba addaa amiinoo asiidotaatti jijjiirama. Sana booda Ergaa (mRNA)n  qaama raayboosoomii jedhamaniin kan dubbifamu yoo ta’u, amiinoo asiidonni tartiiba sirrii ta’een walitti qabamanii pirootiinii oomishuu.

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy