Jump to content

Ayinanii

Wikipedia irraa
Sibiila

Sibiilli ykn Ayinanii elementii keemikaalaa iddoo bu'een isaa Fe (Laatiin irraa: ferrum) fi lakkoofsa suuddawaa isaa 26. Innis sibiilaa  ce’umsaa fi garee 8B gabatee piriyoodii keessatti argama. Innis, ulfaataa dha, elementii lafa irratti baay'inaan argamu yoo ta'u, oksijiiniin xiqqoo durseeni (32.1% fi 30.1%, akkaataa wal duraa duubaan), baay'ee wiirtuu alaa fi keessaa lafaa uuma. Innis elementii irraa lafaa keessatti baay'inaan argamu keessaa isa 4ffaa yoo ta'u, baay'inaan haala sibiilaa isaatiin bubuutuuwaan(meteorites) keessatti kan kuufamu yoo ta'u, oorii ykn dhaalbuuda kessattis ni argama.

pFad - Phonifier reborn

Pfad - The Proxy pFad of © 2024 Garber Painting. All rights reserved.

Note: This service is not intended for secure transactions such as banking, social media, email, or purchasing. Use at your own risk. We assume no liability whatsoever for broken pages.


Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy