Content-Length: 50062 | pFad | http://om.wikipedia.org/wiki/Seenaa_jireenyaa

Seenaa jireenyaa - Wikipedia Jump to content

Seenaa jireenyaa

Wikipedia irraa

Seenaan jireenyaa gosa al-asoosamaa ta'ee ibsa ballaa jireenya nama tokkoo kan ofiin ykn nama biraatiin barraaweedha. Seenaan jireenyaa odeeffannoo barnootaa, hojii, hariiroo fi du'a nama sanii caala muuxannoo inni qabu of keessatti qabaata. Seenaan jireenyaa hawaasni akka irra waa baratuuf xinxila ballaa taatee fi mudannoo jiruu dhuunfaa of keessaa qaba. Jireenyi nama beekkamaa, hayyuu, abba gadaa [[qaalluu][ fi gootaa barreeffamee akka seenaa jireenyaa ol kaa'ama.

Amaloota seenaa jireenyaa

[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Seenaan jireenyaa odeeffannoo dhuunfaa kan akka bakka dhalootaa, bara dhalootaa, maatii irra dhalate of keessaa qaba. Akkasuma mudannoo jiruu fi jireenya keessatti isa mudatee fi wantoota inni hojjate barreeffamuu qabu.

Kanas ilaali

[gulaali | lakkaddaa gulaali]








ApplySandwichStrip

pFad - (p)hone/(F)rame/(a)nonymizer/(d)eclutterfier!      Saves Data!


--- a PPN by Garber Painting Akron. With Image Size Reduction included!

Fetched URL: http://om.wikipedia.org/wiki/Seenaa_jireenyaa

Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy