Content-Length: 51006 | pFad | http://om.wikipedia.org/wiki/Walisoo

Waliso (magaalaa) - Wikipedia Jump to content

Waliso (magaalaa)

Wikipedia irraa
(Walisoo irra kan qajeele)

Walisoon magaala guddittii Shawaa Kibba Lixaatti, Naanno Oromiyaa, kan argamtu fi magaala Finfinnee irra kilomeetra 123 magaala guddo Finfinnee irra fagaatti. Magaalli Walisoo, magaala omisha qullubbi diimatin beekamtuudha. Walisoon bonaa fi ganna yeroo hunda magaariisadha. Magaalli walisoo iddo bashannana heddu qabdi. Haroon wancii walisoo irra baaye kan hin fagaannedha. Haroon wancii iddo bashannana uuman walisoo fi naanno isheetif yaade keessa tokko dha.









ApplySandwichStrip

pFad - (p)hone/(F)rame/(a)nonymizer/(d)eclutterfier!      Saves Data!


--- a PPN by Garber Painting Akron. With Image Size Reduction included!

Fetched URL: http://om.wikipedia.org/wiki/Walisoo

Alternative Proxies:

Alternative Proxy

pFad Proxy

pFad v3 Proxy

pFad v4 Proxy